﻿Faarfannaa.
117.
Saboonni hundi Waaqayyoon jajadhaa; isin namoonni hundinuu isa leellisaa. 
Jaalalli inni nuuf qabu guddaadhaatii; amanamummaan Waaqayyoo bara baraan jiraata. Haalleluuyaa. 
